Isaiah 28:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo wonti AABBO Waaqi guddaani isaniini jed'u tana: Anini Sioni keesa yayaba d'akha jaba inchochone kaya. Yayaba suni ira anini d'akha jaba dubbi tana irati t'aafani kaya: D'ugefachaani jabduuni obsa qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Kunoo dhagaa qoratame; dhagaa hunde'ee; dhagaa jabaa hunde'eef ta'u roggee kabajjamaa; Tsiyooniin keessa kaaya; ka isatti amanu hin raafamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Goottaan Mootiin Waan Maraa, «Kunoo, ani dhakaa hunde'ee, ka haga ilaalame, dhakaa roga ijaarsaa ka gatii guddo'oo, ka hundee jaddu'uuf te'u, Xiyoon keessa hin keya; nami isatti dhugeeffatu ijjumaa hin raafamu.