Isaiah 28:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yayaba suni d'ugaani biimani, qajeelumaani qajeelchani. Bokeeni d'akhaani roobu kiyyiba isani fulla iti d'eetani tolfatani hare, fach'ai bisaanileni fulla isani iti baqatani balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haqa haada bikkaniin; balchummaa tumbii taasisa.; kijiba irkoo keessanii rooba barada'aatitu haxaaya; hulee isin itti dhokattanillee bisaantu irra gara gala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani haqa wodaroo miki'ii, balchummaalle tumbii hin godhadha; dhara isin itti baqattanu san dhakaan bokkeyaa hin balleessa; addee isin itti dhokattanu lolaan irra dhangala'a.