Isaiah 28:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gorsa kiyya goyeesitani inkoblina! Yo isani akasi taatani, aki isani badi jalaa baatani isaniti jajabaata. Anini aka AABBO Waaqi guddaani lafa ch'ufa balleesu fed'e ya d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa balda keessan dhaabaa'a; yoo ta'uu baate hidhaan isinitti jabaata; Gooftaan; Rabbi Gooftaan bani'ii; labsii ardii guutuu balleessu'uuf labse dhagayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan, Mootiin Waan Maraa, Ka Waan Maraa Dande'u, biyya lafaa ijjumaa akka balleessu ani dhage'eera. Tanaaf hidhaan akka isinitti hin jabaanne, murgiisa lakkisa'a.