Isaiah 28:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqo tiyya ch'aqasa, dubbi tiyya gurraa keesa keeyad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Caqasaa'a; laagaa kiyya dhagayaa'a; hubadhaa'a; dubbii kiyyallee dhagayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Caqasa'a; qoonqoo tiyya dhage'a'a; waan ani jedhulle qalbeeffadha'a.