Isaiah 28:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hojja oobru qotu, ka infach'aamne, guyya ch'ufa inuma qota?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qonnaan bulaan facaasu'uuf yoo lafa qopheessu; hennama mara qotaa? suqqaa yoo butuchu; lafa bilcheessa'aa jiraataa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qonnaan bulaan, fichaa ifii yennaa mara qotaa ree? Inni quqquuqaa bubbutuchaa, yennaa mara lafa laaffisaa ree?