Isaiah 28:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara inni huji tana ch'ufaani hojate Waaqumati garsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi isaa isa barsiisa; karaa kolbaa itti mudhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana mara akka inni huju Waaqa isaatitti isa gorsee, isa barsiise.