Isaiah 28:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hojja urgoofi waan d'ibi woini urgeesani d'aanu, ule guddooni ind'aanu, ammo ule fakaatuni d'aana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Urgoo gurraattii meeshaa dhaya'aatiin hin dhayu; urgoo gurraattii irra waa hin gangalchu; dimbilaala gurraacha ule'een; urgoo gurraattii bokku'uun dhaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dinbilaalli ulee qadho'oon malee, ulee furdo'oon hin dhowantu; onkoosheelle harxumme'een dhowanti malee, korboo garreettaa fardaan harkifamuun hin dhowantu.