Isaiah 28:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qalbiini tunini ch'ufti garuma AABBO Waaqa guddati d'ufti; mali Waaqi namaa d'au dansa, hojja ch'ufa inuma guutama!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun maruu Rabbii Gooftaa banii maraa ka gorsaan maalale'ee, ka ogumma'aan gudda'aatiin ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun duudiin Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, abbaa gorsa maade'eetii fi abbaa qarummaa guddo'oo biraa dhutte.