Isaiah 28:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guddinni jaarole kiyyibduuleeni imbada, akuma mid'aani oda ka qaraa bahe ka hojja bilchaatani maro tokotu buqisani nyaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abaaboon quurtuun sammuu dhooqa lalisa'aa; irra teettee; ta ulfinna bareedaa; akkuma haama'aan dura geette; akkuma namni dimmaa argee isii kutu; akkuma muka hurbu'uu ka namni liqimsuu taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaan Samaariya'aa ka dhooqa lafa laattuu gubba'atti, daraaraan dansummaa ulfinna isaa irraa qoore, akka harruu yenna'aan dura bilchaattee, ka nami akkuma dhaggeen fudhatee nyaatee fixuu hin te'a.