Isaiah 28:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani ind'ufa, ka AABBO Waaqi guddaani worra isaa ka hafe, daraara mata nama ira kayani fakaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san Rabbi Gooftaan banii maraa; banii isaa sodaatama'aa; qoobii ulfinnaa; gulloo bareedinnaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san Mootiin Waan Maraa ka Waan Mara Dade, kolbaa ifii worra baraaree hafeef kallacha ulfinnaatii fi daraaraa dansumma'aa hin te'aaf.