Isaiah 28:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama dubbi qoru qajeelche d'uga garsiisa; ammalle worra balbala fullo diraa qorqoratule jabeenna tahafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ka teessoo murti'ii irra taa'uu hafuura haqaa; worra woraana balbala qachatti'ii irraa deebisanii; burqaa jabeennaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra barcumaa mura'aa irra te'uuf, ayyaana haqaa, worra karra qacha'aa irraa diina dhoogguuf hunna hin kenna.