Isaiah 28:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan kiyya gungume waan jed'u, Nami kunini eenu barsiisu fed'a akana taha isi? Eenuti dubbi isaa tana jalaa qaba? Ijoolleeni didiqooni d'io harma iraa d'owanileeni dubbi isaa tana jalaa inqabdi?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akkana jedhan; «Eennuun barsiisa? ergaa hoo eennuu ibsa› daa'imman aanna dhiiftee? mo'o ta harma dhiifte?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Inni eennu barsiisiisaaf wodhaana? Ergaa ifiille eennutti issee hima? Ijoollee harma lakkitte ta reefuu harma irraa guute barsiisaa?