Isaiah 29:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri Waaqa, Yerusalemuni, ka sorio keesati isaa baasani ya bade! Diri Daudini iti qubate ya bade! Akuma ganni dabruuni, ha jila wogaale tolfataniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattii Daawiti itti quphate; Aari'eel Aari'eel si hobbaasi! woggaa wogga irratti eda'i; ayyaana kee ka wogga'aallee ayyanteeffadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Yerusaalem, addee ciinca'aa, qachaa Daawiti keessa qubate, si'iif aanne'e! Jila teeti wogguma wogga'aan jilifadhu!