Isaiah 29:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbo Waaqi waan jed'u, worri kunini afaanini na sosobe si kad'anna nani jed'a, ammo garaani isaani gara kiyya injiru. Aadaani worraa woma nami ufiini ga baase tolfatu, ka namu mataani barate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan akkana jedha; «Baniin kun afaanumaan gara kiyya dhiyaata; afaanumaan na kabajja; garaan isaa garuu ka na irraa fagaate; ka na waaqeffatullee seera namaa ka namni isa barsiiseen calla'aan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan, «Kolbaan tun dubbii afaan ifiitiin natti dhikaatan; ulfinnalle naaf kennan; gadhaan isaanii ammoo, ana irraa fago'o; isaan ajaja nami isaan barsiiseen na waaqonfatan.