Isaiah 29:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami nama dabsufi ka Waaqa tufatu bade nama ch'ubbu qabu ch'ufti hobaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gar jabeeyyiin akka waan hin jirree ta'an; worri shaqqaadu bittinnaayanii badan; worri hammeennaaf riphan maruu hin badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri marartii hin qannee fi worri murgu hin badan. Worri nama irratti hantuu yaadu duudiin hin badan.