Isaiah 29:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Waaqi nama gurra nama yakufi ka nama wo yakele dubbi keesa ira ch'iisufi, ka d'ara dubbate nama sila d'uga qabu d'uga d'owu imballeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri woyiin nama yakkamaa taasisan; worri himatamaa jala siiboo diriirsan; worri ragaa sobaatiin haqa qulqullootaa saaman hin citan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dubbi'iin nama yakkaamessa godhu, worri badhinna kora mura'aa duratti tiyyoo namatti keyu, worri dhugaa baya sobaatiin, worra yakkaa hin qanne haqa dhooggu hin badan.