Isaiah 29:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi ammatana AABBO Waaqi Israeli, ka Abrahamu duri gaargala keesaa baase, waan jed'u, Gumi tiyya ta Yakobo deebiani inch'eersani, fuuli worraa deebie ch'eeraani inhamaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbiin Abrahaamiin fure; mana Yaaqoobiitiin akkana jedha, «Yaaqoob ammaa achi hin saalfatu; fuulli isaa ammaa achi hin jijjiiramu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa Abrahaam bilisa baase, sanyii Yaaqoobiitiin, «Yaaqoob haganaa achi hin fokkifatu; qaanoweelle fuula hin badu.