Isaiah 29:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri ilmaani anini worraa kennu argu, worri hojja suni aka anini Waaqa qulqullo Israeli beekhe, na guddise na sodaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isaan jiddu'utti hujii harka kiyyaa ta'an; yoo ijoollee ufii laalan maqaa kiyya woyyoomsan; woyyicha Yaaqoobii woyyummaa isaa beekan; Waaqa Israa'elii afoo soda'aan dhaabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ijoollee ifii ta ani harka kiyyaan dade odduu ifiititti yennaa dhagganu, isaan maqaa kiyya hin woyyoonsan; woyyummaa woyyicha Yaaqoobii hin beekan; soda'aan ana Waaqa Israa'elii dura hin dhaabbatan.