Isaiah 29:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yerusalemuni ekhera fakaati, ta lafa jalaa dubbattu, isiini akuma qonqo laato ta awaara keesaa d'uftu jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gad buuta; lafa jalaa dubbatta; dubbiin kee daaraa keessaa hudhussa'aa baya; sagaleen kee akka sagalee ekera'aatitti ol baya; dubbiin kee awwaara keessaa sokossa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ati gad hin deebita; lafa itti gad deebite san keessaa hin dubbatta; dubbiin teeti bukuu keessaa hin dhage'anti; qoonqoon teeti akka qoonqoo ekera'aa, boolla keessaa hin baati; haasonni keetille bukuu keessaa hin hasaasa.