Isaiah 29:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani tassa d'ufe, mandie lafa chochoose, bubbe isaniti erge, ibida lafati kaye akanaani isani baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin Gooftaa banii maraa gigissa'aan; sagalee gudda'aa fi raafama lafaatiin haboonbolatti'ii fi dambalii gudda'aan; arraba ibiddaa ka sirima nama nyaatuun dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade mandiisu'uun, tacho'a lafaatiin, qoonqoo guddo'oon, hobonbolatti'iin, bubbee bokkeyaatii fi bobe'a ibiddaa ka nama fixuun hin dhufa.