Isaiah 29:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba duuli gosa ch'ufaa, ka dira Waaqa fulla sorio keesati baasani had'u — miha lola ka worri qabu ch'ufa woliini haguma gahuni akuma oobju bada, yokhaani akuma waan halkani daayyani argani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin hedduu ka worra Yihuudota hin taanee maruu; ka Aari'eeliin woraanan; worri isi'ii fi maandhee isi'iititti balaa buusanii marsan; akka eebju'uu; akka manaaba halkan arganii ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba loltooti gosa biyya adda addaa, ta Yerusaalemii addee ciinca'aa loltu, ta kushee isi'ii loltuu fi ta isii rakkittu marti akka oojju'uutii fi akka mudhii halkanii hin te'an.

Recommended Reading