Isaiah 29:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti ch'ufti ta wolti baate Yerusalemu had'u feetu, nama beelti ijeefte, ka oobjuuni wo sooratte ammo beelaani lafaa kau fakaata, yokhaani nama d'eebuuni ijeefte, ka oobjuuni wo d'uge, ammo d'eebuuni lafaa kau fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka nama beelaye ka eebju'uun nyaata'aa bulee; garuu yoo dammaqu beelli isa hin dhiifnee; akka nama dheebotee ka eebju'uun dhuga'aa bulee; garuu yoo dammaqu ka dheebuun isa irraa hin bannee baniin Yihuudota hin taane; ka Tsiyooniin woraanan maruu; akkanuma ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka nami beelowe oojju'uun sagalee nyaatee, yennaa hirriibaa ka'u ammoo beelumaan jiruu, akka nama dheebotee oojju'uun bisaan unee, yennaa hirriibaa ka'u ammoo gaggabee dheebumaan jiruu, gosi biyya adda addaa ta Yerusaalem loltu, akkasuma hin teeti.