Isaiah 29:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beena, ufi dadaleesa! Ila ufi duducha, lafa argu dad'aba! Daad'i male machaa! Farso male dadaaqa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bararraaqaa'a; maalalfadhaa'a; jaamaa'a; haga dhumaa jaama'aa hafaa'a; daadhii woyini'iitiin hin ta'in malee machaayaa'a; dhuddoo nama macheessuun hin ta'in malee gatantaraa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bararaqa'aatii maadeffadha'a! Dunuunfadha'aatii jaama'a! Machowa'a! Ammoo daadhii woyni'iitiinii moti. Gatantara'a! Ammoo untoo nama macheessituunii moti.