Isaiah 3:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana AABBO Waaqi guddaani yayu namaafi waan diri Yudatifi ka Yerusalemu jiruuni ch'ufa iraa fuud'uu gahe. Inni sagaleefi bisaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo Gooftaan; Rabbi Gooftaan banii maraa; Yerusaalemii fi Yihuudaa irraa jajjabeennaa fi gargaarsa ufii, gargaarsa nyaataatii fi ka bisaanii maraa hin dhooggata;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dande'u, waan isaaniif barbaachisu mara, sagale'ee fi bisaanille, Yerusaalemii fi Yihudaa duraa hin balleessa;