Isaiah 3:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi jaaroleefi jara gumi isaa dura yaule ya qorsumatiini d'ufe; wonti inni worra himatu tana: Isani oobru zabibu saamtani. Mana keesanile ya wonti isani hiyyeesa iraa guuratani guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi bulchootaa fi manguddoota bani'ii woliin akkana jedha'aa murtee kenna; «hulee woyini'ii kiyya ka balleesse isin; wonti isin hiyyeeyyii saamtan mana keessanitti argama;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni jaarsolee kolbaa ifiitii fi sooreyyii kolbaa ifii mura'atti dhikeessee, «Isin oorruu woyni'ii tiyya saantaneertan; wonni isin hiyyeeyyii irraa saantane mana keessan jira.