Isaiah 3:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani ind'ufa, ka AABBO Waaqi waan nad'eeni Yerusalemu kiyyibduuni iraa yaasu — faaya worri miilaafi matafi mormaafi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san Gooftaan faaya isaanii ka ulfinnaa isaan harkaa fuudha; Bitoo isaanii ka lukaa, faaya mata'atti godhatan, faaya mormaa ka ji'a fakkaatu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san Mootiin Waan Maraa gumee isaan miila ifiititti keyatanu, faaya mataa isaaniitii fi faaya morma isaanii,