Isaiah 3:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
woya mimid'aadu aka heddu ta worri naqatufi, borsaafi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Shinshinii bareedu, uffata keessaan uffatan, kaabbaa, qaraciitii harkatti qabatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
woyaa jilaa, woyaa isaan keessaan uffatanu, geellaa isaanii, subba harkatti qabatanu,