Isaiah 3:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
woya nafi namaa keesaani mullatuufi woya booftatiifi gaarbisarafi, hagogo worri matati uyifatu — waan kana ch'ufa inni worra iraa fuud'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
uf argaa'a, uffata jirbii mishaa irraa hojjatame, faaya mata'aa, waan ijaan dhoffatan maraa isaan irraa fuudha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
daaw'itii isaanii, woyaa isaanii ta quncee talba'aa irraa hujante, seesa mata'aatii fi fooxaa isaanii isaan irraa hin fuudha.