Isaiah 3:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri fulla qayya urgau, inajaa; fulla hanfala mid'aaga hid'atu, haada hid'ati; fulla rifeensa mid'aaga baaftu, imoloofti; fulla woya mid'aaduni yaatu, ch'arqiini yaati; mid'aagumti worraa garagalte ch'eera taati!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bikka urgooftu'uu, waan ajaayu; bikka hanfalaa misha'aa, haada; bikka sijjaa bareeda sirri'itti dhayamee, mataa moluu; bikka uffata bareeduu, uffata gaddaa; bikka bareeddinnaa, gadaannisa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee foolee fiqire'ee, fooleen ajoottu, addee hanfala'aa wodaroon, addee rifeensa mata'aa, sanqeen, addee woyaa dansa'aa, woyaan gaddaa, addee dansumma'aa, gadaannis isaanitti hin te'a!