Isaiah 3:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani ind'ufa, ka nami balbala gosa toko nama balbala ufi toko fohate waan jed'uuni, Atini waan keeyatu qabda, kai lafa badde ona taate tana gudda iti tahi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni mana abbaa ufiititti; obboleewwan ufii keessaa tokko qabee; «ati waan uffata qabduuf bulchaa nuu ta'i; tuulaa waan diiggamee kana bulchi» jedhaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san nami tokko obboleessa ifii, ka mana abbaa ifii keessa jiru tokko qabee, «Ati woyaa waan qadduuf, sooressa nuuf te'i; itti gaafatamummaa tuulaa diigante tanaalle fudhadhu» hin jedha.