Isaiah 3:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni waan jed'uuni, lakisa, anini indandau, anini sagaleefi woyale inqabu, gudda keesani na intolfatina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni garuu guyyaa san laagaa ufii ol qabatee, «Ani furmaata hin ta'u; mana kiyyaa uffataa fi nyaata hin qabu; masakkaa bani'ii na hin taasisinaa» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san ammoo inni qoonqoo ol qabatee, «Ani sagalee yookiin woyaa mana kiyya keessaa waan hin qanneef, isin qarqaaruu hin dande'u; sooressa na hin godhina'a» hin jedha.