Isaiah 3:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yerusalemuni ya badde, Yudaleeni jiguu jirti! Worri waan hojatufi waan dubbatu ch'ufa keesa Waaqaani morka; worri diiduma keesa Waaqa didu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yerusaalem tittimteerti; Yihuudaanillee kufuu dhiyaatteerti; dubbiinii fi wonti isaan hojjatan maruu ka Rabbiin mormu; ka argamuu ulfinna isaa salphisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerusaalemii fi Yihudaan dubbii ifiitii fi hujii ifiitiin Mootii Waan Maraa mormanee, ulfinna isaa waan batteessaneef, Yerusaalem jigiisaaf hin tintinti; Yihudaalle hin jiga.