Isaiah 3:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fuuli worraleeni aka worri ch'ubbu tolche ingarsiisa; akuma worri Sodoma duri ch'eera d'abe ch'ubbu tolche, worrileeni akasuma tolche. Tunini baddi worrati, ka worri ufiitini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fuulli isaanii isaanitti raga; cubbuu ufii hin dhoffatan; akka Soodomii addaataa dubbatan; waan badii ufitti fidaniif isaan hobbaasi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isaan yakkaameyyii te'ane, fuulli isaaniituu dhugaa isaan irratti hin baya; isaan akka worra Sodoomii cubbuu ifii lallaban; hin dhoffatanulle'e; isaan badii waan ifitti fidaneef, isaaniif aanne'e.