Isaiah 30:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Nami lafa Yuda mohatu waan na dideefi ya bade. Worri mala anini worraa ind'aini gula deeme, fed'i tiyya male wold'ageeti woliini tolfate, akanaani dabi worraa guddate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ijoollee na dhibaniif hobbaasi! «karoora kiyya hin taane hordofan; waadaa fedhii kiyyaan alaa galan; cubbuu irratti cubbuu eda'atan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ijoollee mataa jabaattuuf, karoora kiyya hin te'in ta baafattuuf, fedhii tiyyaan ala gosa biyya adda addaa woliin ta wolii galtuuf, ta cubbuu irratti cubbuu dabaltuuf aanne'e!