Isaiah 30:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan raagootani jed'u, woma infagina, afaani qabad'a, waan d'uga nuti inhimina, dubbi nu d'aguyu feenu ch'alla nuti hima, d'aruma teennati nu lakisa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra mudhata arganiin; «Ammaa achi mudhata hin arginaa'a» jedhan; Raattotaanillee akkana jedhan «Ammaa achi raaga dhuga'aa nutti hin himinaa'a; waan nama gammachiisu nutti himaa'a; waan namatti tolu nuu raagaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan worra mudhii dhagguun, «Haganaa achi mudhii hin dhaggina'a», raagole'een, «Raaga dhuga'aa nutti hin raagina'a; waan nu gammachiisuu fi waan nu'uuf dansaa te'e qofa nutti hima'a.