Isaiah 30:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nu duraa gora, kara nuti induuchina waan Waaqa qulqullo Israeli nuti inhimina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa kana irraa achi siiqaa'a; daandii irraallee siiqaa'a; woyyicha Israa'eliitiin wolitti nu hin tuqinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa dhuga'aa kana lakkisa'a; daandii irraa gora'a. Marroo Waaqa Woyyicha Israa'elii san nutti hin himina'a» jedhan.