Isaiah 30:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma okote faara ta ch'ach'abt'e bulloofte, ch'abi isiileeni ch'ile ibida namaa fuud'u dad'abde, yokhaani bisaani bute keesaa namaa infuune fakaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka meeshaa faaraa ka caccabe keessaa gadhii ibiddaan hin fuune; akkuma wonti bisaaniin budduruursan hin hafnetti; akka bada'atti caccabanii bututan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma akka meya faaraa ka caccabee bututuu, ka bassoo ibidda ittiin fudhatanu yookiin ta bisaan boolla keessaa ittiin woraabbatanuulle keessatti hin dhagganne hin teetan» jedhe.