Isaiah 30:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani qulqullooni Israeli, waan biyyaani jed'u, hojja ch'ubbu iraa deebitani na d'ugeefattani baafamafi jabeenna argattani, ammo isani akasi diddani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan woyyichi Israa'elii akkana jedha, «Deebi'u'uu fi hara baafachu'uun fayyitan; cadheensaa fi abdachu'uun jabaattan; isin garuu kana hin goone.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan, Mootiin Waan Maraa Woyyichi Israa'elii, «Isin yoo cubbuu teessan faaci'attanee foorfattane hin fayyitan; cadhittanee naaf yoo addatantane hin jabaatta; isin ammoo diddanee,