Isaiah 30:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nani jettani, Hiyo! Akasiniti nu nyaapa keenna dura fardaani baqanna. Inuma baqattani! Mala keesani, fardi keesani guddo oria, ammo worri isani reebu fardooleeni worraa hagasi ira oriiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee, ‹Hin ta'u; fardaan dheessina› jettan. kanaafuu hin dheessitan; ‹farda arreeda'aan jalaa baana› jettan; kanaafuu worri isin ari'ullee hin ariifatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Waawwo'o! Nuuti fardo'oon hin baqanna› jettan; tanaaf isin hin baqattan; isin, ‹Fardoo qolchoolee irra teenna› jettan; worri isin ari'ulle qolchaa hin te'a.