Isaiah 30:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nami kunki toko yo nyaapa keesani toko ch'alla agartani imbaqattani. Nyaapi keesani nami shani isani ch'ufa imbaqachisa. Duuba baandera keesani, ka gaara gubba ejaanju male, nami tokoleeni ka hafu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka alaabaa sammuu gaaraa irratti dhaabamee; akka malkata tulluu irraa; taatanii haga haftanitti; dhaaduu nama tokkootiin namni kumaa dheessa; isin maruu nama shan dheessitan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa nami tokko yennaa isin sodaachisee xixe, isin keessaa nami kum hin baqata; nami shan yennaa xixe, isin martinuu hin baqattan. Utubaa baandira'aa keessan ka gaara irratti dhaabbatee fi beessisa ka kooba irra jiru malee, isin keessaa nami tokkolle achitti hin hafu» jedhe.