Isaiah 30:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo taatule, AABBO Waaqi guddo isani nahu fed'a, waan inni guyya ch'ufa waan d'uga tolchufi inni kurfo jira aka naasu ufi isani garsiisu. Ayyaana isaani, ka obse hojja ch'ufa AABBO Waaqa eegatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu isinii araaramu'uuf obsa; gara laafummaa isinitti mudhisu'uuf kabajjama. Rabbi Waaqa haqaa waan ta'eef; worri abdi'iin isa eegan worra eebbaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammalle isin marariisaaf hin ossata; inni isiniif nayiisaaf hin ka'a; Mootiin Waan Maraa Waaqa haqaa ti; tanaaf worri isatti addatu duudiin gammaduu ti.