Isaiah 30:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ka mala naraa infud'atini lafa Misiri d'aqe, qarqaarsa fed'ata. Worri aka Faraoni worraa kalchu abdate, lafa Misiri d'aqe qarqaarsa kad'ata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu na hin gaafanne gara Misirii bu'an; daadaya Fari'oonii, gaaddisa Misirii irkoo godhachuu barbaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan na irraa gorsa adoo hin fudhatin, gara biyya Gibxi'ii gad bu'an; mootii Gibxi'ii qarqaarsa godhatanee, gaaddisa Gibxi'ii jalatti baqatan.