Isaiah 30:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan isani harkaani boch'ani kad'atani, ta qarsifi worqiini mid'aasani, aka waan t'uri qabaati gadigatani waan jettani, Na biraa bada, nara fagaad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa tolfamaa keessan ka meeti'ii fi worqiin itti maxxanfame «Nu irraa fagaadhaa'a!» jettanii iyyitanii uf irraa darbitanii gattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isin waaqota dharaa keessan ka meeti'iin gonfamee fi fakkii waaqota dharaa ta worqi'iin gonfante hin salphittan; akka hoccuu xurti'ii gattanee, «Ila teenna duraa bada'a» isaaniin hin jettan.