Isaiah 30:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja mid'aani fach'aaftani, AABBO Waaqi bokaya isani erge mid'aani suni isanii baase sagale guddo isanii kenne, horiini keesanileeni marra guddo argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hennaa isin midhaan facaafattan biqilli keessan guddatee akka atootaa guddaa argattan godhu'uuf rooba isinii roobsa; horiin keessanillee raasaa itti bobba'u argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa midhaan isin facaafattanuuf, bokkeya hin roobisiisa; lattille midhaan dansaa hedduu hin baatti. Guyyaa san horiin keessan kaloo badho'otti hin tikatan.