Isaiah 30:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qotiyofi harreeni ta oobru teesani qottu okhaya dansa ch'alla nyaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sangoonni lafa qotanii fi harriin buraa mi'aayaa manshi'ii fi gingilcha'aan gingilfamee baye nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qotiyyo'oo fi harreen teessan ta lafa qottu, okeya sooddaan mi'eessanee fi marra gossanee horooro'oo fi akkafa'aan garagaggalchanee miidhassane hin nyaatan.