Isaiah 30:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya maneeni jajabdu nyaapa keesani ch'ach'absani worra suni hobaasani, lagi gaareenifi kubilele ch'ufa ufuma dibbise iraa yaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa baniin dhumatu gaara gugurda'aa fi gooba irraa bisaan burqaan yaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa xelleephoon diinaa diigantee diinni sun dhumatu, gaara gugurda'aa fi kooba dhedheertuu mara irraa bisaan maddee hin yaa'a.