Isaiah 30:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jii akuma adu ifse, aduuleeni haga duri kaani ira maro torba ifsiti; akanaani ifsaani guyya toko ifsa guyya torba fakaata. Hojja AABBO Waaqi dirmamufi mada gumi isaa hid'e, fayyisu wonti kunini ch'ufti taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san jiini akka adu'uu ifa; ifti adu'uullee ka duraa caalaa harka torba ifa; akka ifa guyyaa torbaatitti ifa qaba; kun maruu ka ta'u gaafa Rabbi madaa bani'itti fide fayyisu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Mootiin Waan Maraa cannana kolbaa ifii hidhu, madaa isaan madeesselle yennaa fayyisu, jiin akka adu'uu hin ifa; ifi adu'uulle ifa guyyaa torbaa dachaa torba hin te'a.