Isaiah 30:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me ilaala, jabeennaafi guddinni AABBO Waaqa fago mullachu jira. Ibidaafi aari dallansu isaa garsiise, hojja inni dubbatu dubbini isaa aka ibida wo gubdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo maqaan Rabbii dheekkamsa bobayu, duumessa aaraa yabbaa woliin fago'oo dhufa. afaan isaa ka dheekkamsaan guuttame; arrabni isaallee ibidda nama nyaatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, Mootiin Waan Maraa aarii akka ibiddaa bobeettuun, ta akka hurrantaa aaraatiin fagoo irraa hin dhufa; inni aari'iin dubbata; arrabi isaalle akka ibiddaa nama fixa.