Isaiah 30:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni bubbe aka fach'aa bisaani, ka waan ch'ufa fud'atu, ufi dura erga. Ammalle inni gosa hafarse balleese bubbeeni sunini gosa ch'ufa wolti harte badi itiini d'ufte mala worraa hamale ch'ufa balleesiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri isaa akka bisaan morma gayuu ka waa haruuti; mootota gingilchaa badi'iitiin gingilcha; illachaa bani'ii; lugaama kara'aa isaan balleessu isaanitti godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hafuurri isaa akka bisaan ori'ee guutee morma namaa gewuu ti; inni meemmee badi'iitiin, gosa biyya adda addaa hin meemmessa; bixaala karaa irraa isaan gorsu, afaan isaanii keessaa hin keya.