Isaiah 30:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani gumiini Waaqa, akuma halkani hojja jila tolfattani gammadaani sirbitani gammadaani. Isani akuma nami hojja fulludo d'ae gammade Mana Waaqa jaba Israeli d'aqu tahu, gammadaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma halkan Hafuura Woyyuu kabajjitan faarfattanitti faarfattan gara gaara Rabbii; gara dhagaa Israa'elii; akkuma namoonni boobaa afuufa'aa gammachu'uun bayaniititti akkasuma garaan keessanillee hin usheexxa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin guyyaa jila woyyittii jilifattanu galgala akkuma faarsitanu, hin faarsitan; kolbaan gara gaara Mootii Waan Maraa, gara rassaa Israa'elii, suusullee afuufaa gammadaa akkuma ol baatu, isinille hin gammaddan.